Jump to content

Durleetoo

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 06:57, 24 Haggaya 2023 Hadantranslate (dubbadhu | gumaacha) irratti
(gargar) ← Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)

Durleetoo ykn durkaampeeriyaanii (Afaan inglizii Pre-Cambrian)Jaarraan kun seenaa jijjiirama lafaa keessaa gara 90% kan uwwisudha.Taateewwan Xin lafaa(ji’ooloojii) ijoo yeroo kana keessatti raawwataman:Sirni Biiftuu jalqaba bara kanaatti uumame jedhamee yaadama.Ji'i lafaa yeroo kana keessatti uumame.